Channel
#Koriyaan_Kibbaa #Finfinnee dabalatee akeekkachiisa imalaa addaa kutaalee #Itoophiyaa irratti baastee turte kaasuu ibsite Finfinnee, Fulbaana 05, 2026: Kooriyaan Kibbaa haala nagee…
#Gamtaan_Mootummootaa murtoo #kaartaa hamma guddina qabiyyee lafaa #Afiirikaa agarsiisu deeggaru raggaasise Finfinnee, Fulbaana 05, 2026: Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii Jimaata…
#Xaaliyaan waldhabdee fayyadama bishaan #Abbayyaa irratti qaban ilaalchisuun #Itoophiyaafi #Masrii walitti araarsuu akka feetu ibsite Finfinnee, Fulbaana 05, 2026: Xaaliyaan marii …
#Ajajaan Raayyaa Ittisaa #Sudaan marii marsaa lammaffaaf #Eertiraa daawwatan; kun ji’a lama keessatti yeroo lammataatiifi Finfinnee, Fulbaana 05, 2026: Hoogganaan Mana Maree fi Aja…
#Ijoo_Dubbii: Qaama namaa irbaata rasaasaa taasisuun itti fufuu hin qabu! Yeroo qondaalli mootummaa yookaan aangawaan siyaasaa tokko lammii isaa lolatti bobbaasuuf amansiisuu dadha…
#Namiibiyaan hojiin Daandii Qilleensaa mataa ishee lafaa dhaabuu #Daandii_Qilleensaa_Itoophiyaa wajjin sadarkaa mariirra irra kan jiru ta’uu mirkaneessite Finfinnee, Fulbaana 04, 2…
#Ruuttoon lammilee biyya alaa #Keeniyaa keessatti daldala xixiqqaa irratti bobba’an tarkaanfiin seeraa akka irratti fudhatamu ajajan Finfinnee, Fulbaana 04, 2026: Pireezidantiin Ke…
Lammileen #Itoophiyaa finciltoota #Sudaan #RSF waliin lolarratti hirmaachuu gabaasni Ergama #Gamtaa_Mootummootaa ifoomse; Gamtichi Itoophiyaan qorannoof akka tumsitus gaafate Finfi…
A head-to-head of how 1xBet and Betano advertise on Telegram — reach and bonus aggressiveness versus brand and regulated-market focus, their creative and targeting differences, and what the Telegram Ads Spy archive reveals about each.
A head-to-head of how 1xBet and Betway advertise on Telegram — reach and bonus aggressiveness versus regulated-market brand and sponsorships, their creative and targeting differences, and what the Telegram Ads Spy archive reveals about each.
A head-to-head of how 1xBet and Melbet advertise on Telegram — reach and bonus aggressiveness versus bonus-led offshore acquisition, their creative and targeting differences, and what the Telegram Ads Spy archive reveals about each.
A head-to-head of how 1xBet and Parimatch advertise on Telegram — reach and bonus aggressiveness versus brand recognition and sponsorships, their creative and targeting differences, and what the Telegram Ads Spy archive reveals about each.
Flags — the regions we asked our observer pool for while recording this ad in this channel. That is a label on our request, not a confirmed place of viewing: when no account is available in the requested country the pool silently substitutes another and does not say so. It is not the advertiser's targeting country either. We stopped requesting the region on {date}, so newer creatives carry no flags at all. The channel's main country (by its language) is highlighted in blue; regions under 5% are collapsed into +N.