Channel
This is FMC Afan Oromo official Telegram channel. @fanatelevision @fmcsport @tigrignafana For more updates please visit https://fanamc.com/afaanoromoo/
Updated: 2026-08-26
Boombiiwwan ulaa Hoormuuz keessa awwaalaman qulqulleessineerra – Pireezidaanti Tiraamp Finfinnee, Hagayya 19, 2018 (FMC) – Boombiiwwan mootummaan Iraan ulaa Hoormuuz keessa awwaale…
Imala milkaa’ina diiplomaasii Itiyoophiyaa Finfinnee, Hagayya 19, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan biyya seenaa hariiroo dippiloomaasii waggoota dheeraa qabdudha. Biyyoota addunyaa dhiyoo…
Filmaatawwan hundaan birmadummaa fayyaa Afrikaa mirkaneessuun barbaachisaadha- Mahaammud Alii Yusuuf Finfinnee, Hagayya 19, 2018 (FMC)- Filmaatawwan hundaan birmadummaa fayyaa Afri…
Hojiin giddugalichaa jijjiirama olaanaa argamsiisaa jira- Kantiibaa Adaanech Abeebee Finfinnee, Hagayya 19, 2018(FMC)- Hojiin Giddugala Haaromsaafi Misooma Ogummaa Dubartootaa “Lan…
Mawuliidaa fi Miidhagina Waloo Finfinnee, Hagayya 19, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan biyya amantiiwwan garaagaraa fi aadaalee gaggaarii hedduu qabdudha. Akkasumas biyya walqixxummaan dh…
Imala Dijitaala Itiyoophiyaa… Finfinnee, Hagayya 19, 2018 (FMC)- Bara odeeffannoon saffisa olaanaadhaan babal’achaa jiruu fi addunyaan teeknooloojiin ganda tokko fakkaachaa jirtu k…
Invastimantii Itiyoophiyaan damee fayyaa irratti taasiftuun miiliyoononni fayyadamoo ta’aniiru- Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee Finfinnee, Hagayya 19, 2018(FMC)- Invastimanti…
Fooyya’iinsa oomishaafi oomishtummaa qonnaa guddise… Mootummaan Ida’amuu diinagdee biyyattii bu’uurarraa jijjiiruun guddinaafi badhaadhina mirkaneessuuf fooyya’iinsa diinagdee goor…
A head-to-head of how Backpack and Phantom advertise on Telegram — the Solana-rooted exchange-and-wallet versus the leading self-custody wallet, their creative and targeting differences, and what the Telegram Ads Spy archive reveals.
How advertisers reach Belgian audiences on Telegram — one of Europe's toughest gambling and ad-restriction regimes pushing operators offshore, a Dutch/French/German language split, and EU-regulated crypto and trading.
How advertisers reach Irish audiences on Telegram — an English-speaking EU member inside the UK-Ireland creative pool, a fintech and tech-HQ hub, EU-regulated crypto and forex, and offshore gambling under a tightening licensing regime.
How advertisers reach Korean audiences on Telegram — the real-name banking regime that pushes activity offshore, one of the world's most intense retail-crypto cultures, gaming and esports adjacency, and won-denominated payment friction.
Flags — the regions we asked our observer pool for while recording this ad in this channel. That is a label on our request, not a confirmed place of viewing: when no account is available in the requested country the pool silently substitutes another and does not say so. It is not the advertiser's targeting country either. We stopped requesting the region on {date}, so newer creatives carry no flags at all. The channel's main country (by its language) is highlighted in blue; regions under 5% are collapsed into +N.