Channel
Tolasaa yaadattuu? Gaafas maqaatu rakkise. Kunoo amma faarsee bulaa ta’ee rakkoon biraa mudatte 😎 NAGAYA RABBIITIIN BULAA!
Fulbaana kana qondaalota miseensa maafiyaa 120 keessaa gariin angorraa ari’amu, gariin angootu dabalamaaf. Tarkaanfiin lachuu qabsoof gaariidha. Akkamiin? Just watch this space! Hu…
Bulguun Burraayyuu Baay’isaa Qalbeessaa ajjeechaa lammiileef seeraaf dhiyeeffamuun hafee gulantaan komaandarumma akka kennameef kallattii hedduun natti ergisiifataa jira. Congratul…
Laalaa akkaataa maafiyicha Mootii Morodaa jedhamu Abbootii Gadaa itti dogongorsuun business hojjachuu yaale! Koottu in-nyaattaa! Gadaan maafiyummaa darbeera!
UPDATE: Maddeen Boordii Filannoo himannaa Bilxiginnaan Gullallee narratti banterratti murtii isaanii naaf himaniiru. Bilxigeen Gullallee himata tokko qofa osoo hin taane lama akka …
Abbootiin Gadaa ibsa kana baasuun keessan sirriidha. Gadaa ulfoodha, irreechi irree keenya. Lachuu maafiyaa irraa fageessaa!
Yeroon akka ajaa'ibaa fiiga, ajandaanis guyyuu jijjirama. Himannaan Bilxiginnaan Gullallee boordiii filannoo irratti natti bante tokkos ajandaawwan sanii asiitiin awwaalamee irraan…
Jaalataa Ahammad harawaacni akkanatti dhufutti jiraa qophaayi! Moges Zewdu Teshome jimaa kana qanaxxasutti jirta sijn je’a sa Joottaniin ? Fraol Aliyi kun vidiyoo ajaaibaati qophee…
A head-to-head of how Backpack and Phantom advertise on Telegram — the Solana-rooted exchange-and-wallet versus the leading self-custody wallet, their creative and targeting differences, and what the Telegram Ads Spy archive reveals.
How advertisers reach Belgian audiences on Telegram — one of Europe's toughest gambling and ad-restriction regimes pushing operators offshore, a Dutch/French/German language split, and EU-regulated crypto and trading.
How advertisers reach Irish audiences on Telegram — an English-speaking EU member inside the UK-Ireland creative pool, a fintech and tech-HQ hub, EU-regulated crypto and forex, and offshore gambling under a tightening licensing regime.
How advertisers reach Korean audiences on Telegram — the real-name banking regime that pushes activity offshore, one of the world's most intense retail-crypto cultures, gaming and esports adjacency, and won-denominated payment friction.
Flags — the regions we asked our observer pool for while recording this ad in this channel. That is a label on our request, not a confirmed place of viewing: when no account is available in the requested country the pool silently substitutes another and does not say so. It is not the advertiser's targeting country either. We stopped requesting the region on {date}, so newer creatives carry no flags at all. The channel's main country (by its language) is highlighted in blue; regions under 5% are collapsed into +N.