Channel
Welcome to Oromo Tech Hub, the leading channel that empowers the Oromo community with smart technology, digital skills, and modern innovation — all explained in Afaan Oromoo. ●Owner:- @abukitahir
Updated: 2026-09-05
Qabxii Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Galgala Har'aa Sa'aatii 1:00 Irraa Eegalee Ilaallachuun Liinkota Ittiin ilaallachuun danda'amu filannoon dhiheesseera. Liinkota- Marsariit…
ODUU HAARAA SEERRI YOUTUBE MONETIZATION 2027 NI JIJJIIRAMA! YouTube’n February 1, 2027 irraa eegalee namoota haaraa YouTube Partner Program (YPP) keessatti galanif ulaagaalee monet…
Liinkii:- Qabxii Qormaata Kutaa 6ffaa Bara 2018 https://oromia6.ministry.et
Garaagarummaa Encryption fi Encoding Maalii? Yeroo IT barannu jechoonni Encryption fi Encoding wal fakkaachuu danda'u. Garuu kaayyoo fi hojii isaanii keessatti garaagarummaa guddaa…
#Website_Maalii? Website jechuun walitti qabama fuulaalee (web pages) odeeffannoo adda addaa of keessaa qaban kan teessoo addaa (URL) tokko jalatti interneetii irratti argamaniidha…
Windows 7, 8, 10 fi 11 Maalii? Garaagarummaan Isaanii Maali? Windows 7, Windows 8, Windows 10 fi Windows 11 hundi isaanii sirna dalagaa (Operating System) kan Microsoft qopheessedh…
#MICROSOFT_OFFICE_MAALII? MAALIIF FAYYADAMNA? 📌 #Microsoft_Office_Maalii? Microsoft Office jechuun walitti qabama sagantaalee kompiitaraa hojiiwwan guyyaa guyyaa salphisanii raaww…
Sababoota Ijoo Bilbilli Yeroo Chaarjii Irra Jiru Miidhamu Ykn Gubachuu Danda’u 1. Chaarjarii fi Kebiloota Qulqullina Hin Qabne Sababni guddaan keessaa tokko chaarjarii ykn kebiloot…
A head-to-head of how Backpack and Phantom advertise on Telegram — the Solana-rooted exchange-and-wallet versus the leading self-custody wallet, their creative and targeting differences, and what the Telegram Ads Spy archive reveals.
How advertisers reach Belgian audiences on Telegram — one of Europe's toughest gambling and ad-restriction regimes pushing operators offshore, a Dutch/French/German language split, and EU-regulated crypto and trading.
How advertisers reach Irish audiences on Telegram — an English-speaking EU member inside the UK-Ireland creative pool, a fintech and tech-HQ hub, EU-regulated crypto and forex, and offshore gambling under a tightening licensing regime.
How advertisers reach Korean audiences on Telegram — the real-name banking regime that pushes activity offshore, one of the world's most intense retail-crypto cultures, gaming and esports adjacency, and won-denominated payment friction.
Flags — the regions we asked our observer pool for while recording this ad in this channel. That is a label on our request, not a confirmed place of viewing: when no account is available in the requested country the pool silently substitutes another and does not say so. It is not the advertiser's targeting country either. We stopped requesting the region on {date}, so newer creatives carry no flags at all. The channel's main country (by its language) is highlighted in blue; regions under 5% are collapsed into +N.